Exodus 6:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunifi Musani worruma AABBO Waaqi worra Israeliti erge, Beena, lafa Misiri keesaa worra Israeli baasa jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin worra Rabbi Muuse'ee fi Aarooniin «Banii Israa'elii akka gosa isaaniitiin biyya Misirii keessaa baasaa'a» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaron worra Mootiin Waan Maraa, «Gosa Israa'elii akka fira fira isaaniititti biyya Gibxi'ii keessaa baasa'a!» jedhee itti dubbate.