Exodus 6:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gaafa Musani lafa Misiri keesati dubbate waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi biyya Misiriititti Muuse'etti dubbate waan kanatu ta'e;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa lafa Gibxi'ii keessatti Muuse'etti yennaa dubbate,