Exodus 6:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa. Waan anini siini jed'u ch'ufa Farao hayyu Misiriti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een «Ani Rabbi; waan ani sitti himu maraa mootii biyya Misirii Fari'oonitti himi» jedhee itti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Mootii Waan Maraa ti. Waan ani si'itti hime mara mooticha Gibxi'iititti himi» jedhe.