Exodus 6:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Abrahamufi Isaaqofi Yakobo aka Waaqa Gudda, waan ch'ufaa, iti mullad'e, ammo maqa kiyya qulqullo AABBO Waaqatini ufi imbeesimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka Abrahaam, Yisaaqii fi ka Yaaqoobitti mudhadhe; garuu maqaan kiyya isaanitti hin beekkamne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u Abrahaamitti, Yisihaqii fi Yaaqoobitti mudhadheera. Ammoo maqaa kiyya ‹Mootii Waan Maraa ti› jedhee isaanitti ifi hin beessinne.