Exodus 6:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani waan jed'eeni, Anini nama araba laafati; hayyuuni eesa fuud'e na d'agaya re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Rabbiin «Ani nama afaan cabaquu attamitti Fari'oon naa dhagaya» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo deebisee «Ani nama akka dansaa dubbatiisa hin dandeenne akka te'e atinuu hin beetta; mootichi attamiin dubbii tiyya dhage'uu dande'a ree?» jedhe.