Exodus 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammalle wold'aqisa kiyya worra woliini tolfad'e, aka lafa Kanaani, lafa duri worri aka keessuma keesa tae, kennuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Kana'aanii ta itti baqatanii keessummummaa keessa taa'an san isaan dhaalchisu'uuf waadaa isaanii gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Kana'aanii, ta isaan alagaa te'anee keessa le'ane, isaanii kenniisaaf gondooroo tiyya isaan woliin godheera.