Exodus 6:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini nama kiyya isani tolfad'e Waaqa keesani taha. Hojja anini tissooma lafa Misiri keesa isani baasu, aka anini AABBO Waaqa keesani beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya isin taasifadha; Waaqa isinii ta'a; ani Rabbii garbumma biyya Misirii jalaa isin baase akka ta'e hin beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tiyya isin tolfadhee, Waaqa keessan isiniif hin te'a. Yennaa ani garbummaa Gibxi'ii jalaa isin bilisa baase ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan akka te'e hin beettan.