Exodus 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa Abrahamufi Isaaqofi Yakobo kakhad'e isani geese, lafa suni d'aaltani. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara biyya Abrahaam, Yisaaqii fi Yaaqoobii hin kenna jedhee waadaa galetti isin galcha; biyyattii san ristii teessan taasisee isinii kenna; ani Rabbiin waan ta'eef» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Abrahaamiif, Yisihaqii fi Yaaqoobiif kenniisaaf waadaa gale sanitti akka isin galtanu godhee, isiniif hin kenna. Ani Mootii Waan Maraa ti jedha› jedhiin» jedhe.