Exodus 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan kana worra Israeliti haasae, ammo worri waan garaani hamaate tissooma gaargala gudda ke jiruufi isa jalaa qabu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen waan kana ijoollee Israa'eliititti hime; isaan ammo waan hujiin isaanitti guddatee nafti isaanii miidhameef dubbii isaa dhagawuu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle waan kana Israa'elootatti hime; garbummaan hantuun addii waan isaan kutachiitteef, isaan ammoo isa hin caqanne.