Exodus 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musafi Harunini gara Farao d'aqani, akuma AABBO Waaqi jed'eeni tolchani. Harunini ule ufii Faraofi hojattu isaa durati lafa buuse, uleeni taani bofa taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Muuse'ee fi Aaroon Fari'ooniin bira seenanii akkuma Rabbi isaan ajaje san godhan; Aaroon ulee ufii Fari'oonii fi garboota isaa afoo buufnaan uleen bofa taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuse'ee fi Aaron gara mootichaa dhaqanee akkuma Mootiin Waan Maraa isaan ajaje godhane. Aaron ulee ifii mootichaa fi qondaaltota isaa dura buuse; ulee sunille bofa teete.