Exodus 7:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan atini isaani jettu, AABBO, Waaqi gosa Ebrania, gara kanke na erge waan jed'e, Worra kiyya galakisi, aka lafa aloo keesati na kad'atu; ammo haga amma atini ch'aqasu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Rabbi Waandhi Ibrootaa lafa gammoojji'ii keessatti akka na tajaajilan banii kiyya gad dhiisi jedhee gara kee na erge; ati ammo haga adhaa dhagayuu didde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi Ibrootaa sitti na ergee: Kolbaan tiyya dhaxxee goomolee keessatti akka na waaqonfattu gad lakkisi! Si'iin jedheera. Ati ammoo haga ammaa dhage'uu didde.