Exodus 7:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, Ee Hayyicha, AABBO Waaqi waan jed'u, Aka anini AABBO Waaqa akanaani beeta: Anini bisaani galaana Nile ule anini harka qabu tanaani d'ae, bisaani suni garagalani d'iiga tahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha; «Akka ani Rabbiin ta'e kanaan beetta; ani ulee harkaa qabu tanaan bisaan lagaa kana dhaya; bisaanillee jijjiiramee dhiiga ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma Mootiin Waan Maraa: Akka ani Mootii Waan Maraa te'e tanaan beetta si'iin jedheera. Kunoo ani ulee harkaa qabu tanaan bisaan Nayilii hin dhowa; bisaan sunille gara dhiigaatitti hin jijjiirama.