Exodus 7:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qurt'umileeni indodooti, galaanileeni inajaa, aka worri Misiri dandae bisaani dansa argate keesaa ind'unne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qurxummiin laga keessa jiran maruu hin dhuman; lannillee hin ajaaya; worri biyya Misirii bisaan woraabbatanii dhuguu jibban.› » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qurxummiin laga Nayilii keessa jirtu hin dhumatti; lagi sun hin ajowa; worri Gibxi'iille bisaan san uniisa hin dande'anu› jedhiin» jedhe.