Exodus 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini siini jed'u ch'ufa Haruniti himi; inni duuba gara Farao d'aqe, Worra gosa Israeli gad'iisi lafa Misiri keesaa baasi jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani sitti hime maraa ati isatti himta; obboleessi kee Aaroon akka Fari'oon ijoollee Israa'elii gad dhiisu isa woliin dubbata;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan ani si ajaje mara hin dubbatta; obboleessi keeti Aaron akka Israa'elooti biyya isaa keessaa baatuuf akka inni isaan gad lakkisu mootichatti hin hima.