Exodus 7:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musafi Harunini akuma AABBO Waaqi jed'eeni tolchani. Faraofi hojattu isaa durati Harunini ule isaa taani olfuud'e bisaani galaana Misiri keesa jira d'ae, bisaani kaani ch'ufti d'iiga tahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuse'ee fi Aaroon akkuma Rabbi isaan ajaje godhan; Aaroon ulee ufii kaasee Fari'oonii fi garboota isaa afo'otti bisaan lagaa dhaye; bisaan lagaa maruu jijjiiramee dhiiga ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuse'ee fi Aaron akkuma Mootiin Waan Maraa isaan ajaje godhane. Aaron mootichaa fi qondaaltota isaa duratti ulee ifiitiin bisaan dhowe; bisaan laga Nayilii marti gara dhiigaa jijjiirame.