Exodus 7:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qurt'umiini galaana Misiri keesa jirtu ch'ufti raawatte, bisaani aka hama ajaani, worri Misiri d'ugu dad'abe. Lafti Misiri ch'ufti d'iiga taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qurxummiin laga keessa jiran maruu hin dhuman; lannillee hin ajaaye; worri biyya Misirii bisaan lagaa dhuguu dadhaban; dhiinni biyya Misirii maraa irra ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qurxummiin laga Nayilii keessa jirtu marti dhumatte; lagille ajowee, worri Gibxi'ii bisaan laga sanii uniisa hin dandeenne.