Exodus 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Misiri ka wo tolchu akuma suni tolcha ufii tolche, Faraoni akuma AABBO Waaqi qara jed'e kaani garaa jabaate dubbi Musafi Haruni d'agayu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mortoonni biyya Misiriillee asmaa ufiitiin akkasuma godhan; akkuma Rabbi dubbate onneen Fari'oonii jabaatee isaan dhagawuu dide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Gibxi'ii ka xanoo xanu, ogummaa ifii ta dhossa'aatiin akkuma san godhane; mootichi mataa jabaatee, akkuma Mootiin Waan Maraa dubbate, Muuse'ee fi Aaron dhage'iisa didate.