Exodus 7:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini garaa Farao jabeese, duuba hojja anini akheekha kiyyafi waan mama heddu lafa Misiri keesati garsiisele, Faraoni si inch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu ani onnee Fari'oonii hin jabeessa; biyya Misiriititti maalale'ee fi baasa kiyya baay'eessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo mooticha Gibxi'ii mataa hin jabeessa; bilbaasaa fi baasa hedduu biyya Gibxi'iititti tolchulle inni isin hin caqasu.