Exodus 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi anini gaargala gudda worra Misiriti buuse gosa tiyya ta Israeli dura deeme lafa keesaa baase, worri Misiri aka anini AABBO Waaqa aka d'ugaa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri biyya Misirii hennaa ani irree kiyya isaan irratti kaasee ijoollee Israa'elii isaan jiddu'uu baase, akka ani Rabbiin ta'e na beekan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya Gibxi'ii adabee Israa'eloota achi keessaa yennaa baase, worri Gibxi'ii akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan» jedhe.