Exodus 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Faraoni, Waan mama tolcha, ufi garsiisa isaniini jed'u, atini waan Harunini jettu, Ule tante fuud'i, Farao durati lafa buusi, aka isiini bofa taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo Fari'oon ‹Maalalee natti mudhisaa› isiniin jedhe; Aarooniin ulee tee fuudhiitii bofa akka taatu Fari'ooniin afoo buusi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootichi ‹Bilbaasa huja'a› yoo jedhe, ati Aaroniin ‹Ulee teeti fuudhiitii mooticha dura buusi› jedhi; uleen sunille bofa hin teeti» jedhe.