Exodus 8:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Faraoti olseeni waan jettuuni, Worra kiyya galakisi, aka worri na kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Muuse'een «Gara Fari'oonii dhaqiitii ‹Akka na tajaajilan banii kiyya gad dhiisi siin jedha Rabbi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Gara mootichaa dhaqiitii, ‹Mootiin Waan Maraa: Kolbaan tiyya akka na waaqonfattuuf gad lakkis!