Exodus 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raachi sifi worra keeti, hojattu teeti, worra lafa teeti ch'ufa iraa bade galaana lafa Misiri ch'alla keesati hafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raachanillee si biraa, mana keetii, ka garboota keetiitii fi banii kee biraa hin deeman; laga keessatti hafan» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raachi si'i irraa, qondaaltota teetii fi kolbaa teeti irraa badee, laga Nayilii keessa qofatti hin hafa» jedheen.