Exodus 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Faraoni aka raachi hobae arginaani garaa jabaate Musafa ch'aqasu dide, akuma qara AABBO Waaqi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon akka raachi dhume haga arge garaa jabaatee waan Rabbi isatti dubbate hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi raachi akka irraa goome yennaa dhagge, mataa jabaatee, akkuma Mootiin Waan Maraa dubbate, Muuse'ee fi Aaron dhage'iisa didate.