Exodus 8:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan Harunini jettu, Harka d'eerefad'u, ule tante olfud'ad'u, lafaani d'ai, duuba awaarti kaatu ch'ufa biinni taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Aarooniin ulee tee fuudhiitii daaraa lafaa dhayi; akka daaraan biyya Misirii maraa irratti bookee nama iddu ta'u jedhiin» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Bukuun biyya Gibxi'ii marti bookee akka teetuuf, ati Aaroniin, ‹Ulee teeti fuudhiitii, bukuu lafa irraa dhowi› jedhiin» jedhe.