Exodus 8:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Bori ganama lafaa kai, Farao gara galaana deemu eegi waan jettuuni, AABBO Waaqi waan jed'e, Worra kiyya gad'iisi, aka worri na kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Fari'oon obboro'oon ka'ee laga bu'aa isa afoo dhaabadhuu; Rabbi akkana jedha; ‹Akka na tajaajilan banii kiyya gad dhiisi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse'een, «Boru ganama bari'iin ka'iitii, yennaa mootichi laga deemu, isa dura dhaabbadhuutii, ‹Mootiin Waan Maraa: Kolbaan tiyya akka na waaqonfattuuf, gad lakkisi!