Exodus 8:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammo guyya suni arda Gosheni, ka worri kiyya keesa jiru, illakisa, aka tiiteeni tokoleeni achi ind'umne. Akanaani aka anini, AABBO Waaqi, lafa tana keesa jiru beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyama san ani Rabbiin akka ta'e akka beettu lafa Geersaamii ta baniin kiyya irra jiraatu akka qarxaasaan irra hin jiraanne adda fooya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Guyyaa san ammoo, akka ani, Mootiin Waan Maraa lafa tana keessa jiru akka ati beettuuf, lafa kolbaan tiyya keessa leetu Gooshen, akka faachi achi hin jiraanne hin tolcha.