Exodus 8:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Faraoni Musafi Haruni yaame waan jed'e, Beena, lafa tana keesati sorio qala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Fari'oon Muuse'ee fi Aarooniin waamee «Deema'aatii biyyuma tana keessatti ciincaa Waaqa keessanii dhiyeessaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Muuse'ee fi Aaron waamee, «Dhaqa'aatii biyyuma tana keessatti Waaqa keessaniif ciincaa dhikeessa'a» jedhe.