Exodus 8:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi intahu, nu guyya sadi imaltu lafa aloo ke yaane AABBO Waaqa keenna sorio baasu male, akuma inni nuuni jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u Rabbii Waaqa keennaa ciincaa dhiyeessu'uuf akkuma Rabbi Waandhi keenna nu ajaje deemsa guyyaa sadihii gara lafa gammoojji'ii deemna» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma inni nu ajaje guyyaa sad goomolee keessa deennee, Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf ciincaa dhikeessuu qanna» jedhe.