Exodus 8:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Faraoni waan jed'eeni, Inuma isani gad'iisa, aka AABBO Waaqa keesani lafa alooti sorio baaftanifi, ammo imfagaatiina. Nale Waaqa kad'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oonillee, «Rabbii Waaqa keessanii akka lafa gammoojji'iititti ciincaa dhiyeessitan gad isin dhiisaa; garuu fagaattanii hin deeminaa'a; Waaqa naa kadhadhaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Akka Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif goomolee keessatti ciincaa dhikeessitanu, ani gad isin hin lakkisa; garuu fagaattanee hin deemina'a. Anaafille daadimadha'a» jedhe.