Exodus 8:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani, waan jed'eeni, Anini ammumatana si biraa deeme AABBO Waaqa kad'ad'a, aka inni tuuta tiite tana sifi hojattu tanteetiifi worra kankele bori iraa balleesu. Ammo atini deebite nu sobde worra keenna AABBO Waaqaa sorio baasu ind'owiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee, ‹Kunoo ani si biraa deema; qarxaasaan Fari'ooniin biraa, garboota isaatii fi banii isaa maraa irraa boru akka deeman Rabbiin kadhadha; garuu akka baniin Rabbii ciincaa hin dhiyeessine ammallee deebitee nu hin sobin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle deebisee, «Akkuma si biraa deemeen, Mootii Waan Maraa hin daadimadha. Faachi si'i, qondaaltota teetii fi kolbaa teeti irraa hin ka'a. Ati ammoo kolbaan dhaxxee, Mootii Waan Maraatiif ciincaa dhikeessiisa dhooggitee ammalle nu hin sobin» jedhe.