Exodus 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'eeni, Anini inuma kad'ad'a, ammo hojja anini sifi hojattu teeti, worra lafa teetiti kad'ad'u nati himi, aka raacha suni sifi worra kanke keesaa balleesani galaana Nile ch'alla keesati hambisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee Fari'ooniin «Akka raachan mana keetii badan, laga keessatti akka hafan si'ii fi garboota keetii, banii keetiifillee yoom akka Rabbiin sii kadhannu nutti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle deebisee Mootichaan, «Raachi kun si'i irraa, qondaaltotaa fi kolbaa teeti irraa akka badu guyyaa ani daadimadhu ati qabadhu. Achiin duuba raachi kun si'ii fi mana keeti keessaa badee laga Nayilii keessa qofatti hin hafa» jedhe.