Exodus 9:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Beeni, gara hayyu d'aqi waan jettuuni, AABBO Waaqi, Waaqa Ebrania, waan jed'u, Worra kiyya gad'iisi, aka worri na kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Gara Fari'oonii dhaqiitii ‹Rabbi Waandhi Ibrootaa akka na tajaajilaniif banii kiyya gad dhiisi siin jedha› jedhiin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Gara mootichaa dhaqiitii, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi Ibrootaa: Kolbaan tiyya dhaxxee akka na waaqonfattuuf gad lakkisi.