Exodus 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Ganama lafaa kai, waan ati Faraoni jettu, AABBOONI, Waaqi Ebrania, waan jed'u, Worra kiyya gad'iisi, aka worri deeme na kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi Muuse'een; «Ganamaan ka'ii Fari'ooniin afoo dhaabadhuutii ‹Rabbi Waandhi Ibrootaa akkana jedha› akka na tajaajilan banii kiyya gad dhiisi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Boru ganama bari'iin ka'iitii, mooticha dura dhikaadhuutii, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi Ibrootaa: Kolbaan tiyya akka na waaqonfattuuf gad lakkisi.