Exodus 9:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini sila yoona harka olfud'ad'e d'ukuba sifi nama kanke ch'ufati buuse, lafa keesa isani balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma silaa harka kiyya diriirsee si'ii fi banii keellee lafa irraa dhaya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka harka kiyya ol fudhadhetti si'ii fi kolbaa teeti adoo dhowee jiraadhee, silaa ati lafa irraa ijjumaa baddeerta.