Exodus 9:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti anini isani fit'u dideefi, aka isani irre tiyya agartani, gurri kiyya lafa ch'ufaa gahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ani hunna kiyya si irratti mudhisu'uuf akka maqaan kiyya lafa maraa irratti waamamuuf si jiraachise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee hunna tiyya si'itti mudhisiisaa fi maqaan kiyya biyya mara irratti akka beekkamuuf, ani si lakkise.