Exodus 9:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini bori yoona bokaya d'akhaani roobu, ka haga lafti Misiri uumamte taka imbuini rooba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo ani boru hennaa akkanaa kana waan haga Ardiin tun uumamte irraa jalqabee haga adhaa biyya Misirii irratti ta'ee hin beenne baradaa guddaa si irratti roobsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, boru yennaa akkanaa tana bokkeya dhaka'aa hamaa ka dabarsii biyya Gibxi'ii keessatti bu'ee hin beenne, hin buusa.