Exodus 9:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan taatu, nama ergi, loonifi hori kanke ka ala jiru ch'ufa galchi, manati olnaqi. Wonti akanatiifi bokai d'akhaani roobu suni namafi hori ala jiru ch'ufa, yo ato ingalchiini, iti roobe inhobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aa nama raasaa jiru maraa irratti baradaan bu'ee dhumanii amma nama ergiitii loowwanii fi waan raasa'aa qabdu maraa ariifachiisii manatti galchi jedhi› » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bokkeenni dhaka'aa hori'ii fi nama gara manaa hin galin waan ala jiru mara waan ijjeesuuf, ati amma horii keetii fi waan ala jiru mara manatti akka galchanu ajaji jedha› jedhiin» jedhe.