Exodus 9:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka d'eerefad'i olqabi, aka bokai d'akhaani roobu lafa Misiri keesafi namafi horifi ammalle waan oobru ke jiru ch'ufati roobu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbii Muuse'een «Sa'aa nama biyya Misirii, midhaan maasa'aa maraa irratti akka baradaan bu'u harka kee gara Sami'ii ol diriirsi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Lafa Gibxi'ii mara irratti, namaa fi horii irratti, waan lafa Gibxi'ii irratti latu mara irratti bokkeenni dhaka'aa akka bu'u harka keeti gara gubba'aa ol kaasi» jedhe.