Exodus 9:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani ule isaa taani Waaqati olqabe, AABBO Waaqi mandisufi bokaya d'akhaani roobu lafa Misiri keesati buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuseen ulee ufii gara Sami'ii ol qabe; Rabbi gigissaa keessaan baradaa gad dhiise; ibiddillee Sami'ii bu'e; Rabbi biyya Misirii irratti baradaa roobse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Muuseen ulee ifii gara gubba'aa ol kaase, Mootiin Waan Maraa mandiisu'uu fi bokkeya dhaka'aa buusee balaqqeettiille balaqqitte. Maarre Mootiin Waan Maraa bokkeya dhaka'aa lafa Gibxi'ii irratti roobisiise