Exodus 9:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bokeeni d'akhaani roobu bue, angaasuuni gargari inch'inne bokaya suni keesati angaate, ka taka haga lafti Misiri uumamte nami inargini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baradaa keessaan ibiddi bobaya'aa ture; baradaan akkasii sun seenaa biyya Misirii keessatti mudhatee hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bokkeenni dhaka'aa hamaan bu'e; balaqqeettiin balaqqitte. Haga Gibxi biyya teeteen jalqaddee bubbeen bokkeyaa ta teetee hin beenne teete.