Exodus 9:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa na kad'ad'a, mandisufi bokeeni d'akhaani roobu ya nati guddate; anini isani gad'iisa, aka isani deebitani arma inteenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gigissaanii fi baradaan Sami'ii waan baay'ateef Rabbiin naa kadhadhaa gad isin dhiisaa; ammaa achi as hin teettanii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bokkeenni dhaka'aatii fi mandiisuun waan nutti bacatteef, Mootii Waan Maraa nu'uuf daadimadha'a. Anille gad isin hin lakkisa. Haganaa achi as hin turtanu» jedhe.