Exodus 9:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'eeni, Akuma dira keesa baheeni, anini harka olqabad'e AABBO Waaqa yaamad'a. Duuba mandisuuni ch'itte, bokai d'akhaani roobu kulleeni ch'aama, akanaani aka lafti ta AABBO Waaqaa beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen mootichaan, «Yoo qachaa tana keessaa baye; harka kiyya gara Rabbii badhisa; akka ati lafti ta Rabbii taate beettu gigissaan hin dhaabata; baradaanillee hin bu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen deebisee, «Ani qachaa keessaa yennaa baye, harka kiyya gara Mootii Waan Maraa ol kaasee hin daadimadha. Latti tun ta Mootii Waan Maraa akka teete akka ati beettuuf, mandiisuun hin dhaabbatti. Bokkeenni dhaka'aalle haganaa achi hin jiraatu.