Exodus 9:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini imbeekha, sifi hojattuuni tante ammalle AABBO Waaqa insodaattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu atii fi garboonni teellee Rabbiin Waaqa akka hin sodaanne ani hin beeka» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu ati fi qondaaltoti teeti Mootii Waan Maraa Waaqa akka hin sodaanne ani hin beeka» jedhe.