Exodus 9:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani Farao biraa deeme dira keesaa bahe harka olfud'ate AABBO Waaqa kad'ate jennaani mandisuuni ch'itte, bokai d'akhaani roobu kaanifi bokeeni ch'ufti ch'aame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Fari'ooniin biraa gara qacha'aa bayee harka ufii gara Rabbii badhifnaan gigissaanii fi bardaan dhaabate; roobnillee hin caame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen mooticha biraa deemee, qachaa keessaa bayee, daadimatiisaaf, harka ifii gara Mootii Waan Maraa ol kaase. Mandiisu'uu fi bokkeenni dhaka'aa dhaabbatee, bokkeennille roobiisaa lakkise.