Exodus 9:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni waan kana ch'ufa ka tahe arginaani ch'ubbu taaniti deebie, isaafi hojattuuni isaaleeni akuma kaani garaa jabeefatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon roobni akka caame, gigissaanii fi baradaan akka dhaabate arginaan, ta qaraa caalaa garaa jabaate; inninii fi garboonni isaallee garaa jabaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi mandiisuun, bokkeenni dhaka'aatii fi bokkeenni akka dhaabbate yennaa dhagge, ammalle yakkaa huje. Innii fi qondaaltoti isaa mataa jabaatane.