Exodus 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqi ya dubbi tana buufad'e, aka waan kana bori lafa tanati tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi boru waan kana hin godha jedhee murteesse› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa guyyaa murteessee, «Ani waan kana boru lafa tanatti hin fida» jedhe.