Exodus 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba boriyya AABBO Waaqi waan kana tolche; looni worra Misiri ch'ufti hobaani, ammo horiini gosa Israeli tokoleeni indoone.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan kana bariisama san godhe; horiin biyya Misirii maruu hin dhume; horii ijoollee Israa'elii keessaa ammo tokkollee hin duune.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti aanu Mootiin Waan Maraa akkuma jedhe godhe; horiin worra Gibxi'ii marti dhumatee, ka Israa'eloota ammoo tokkolle hin duune.