Exodus 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni waan tahe gaafate jennaani aka horiini gosa Israeli tokoleeni induiini iti himani. Ammo Faraoni ammalle garaa jabaate worra Israeli gad'iisu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon nama ergee ijoollee Israa'elii keessaa horiin tokkollee akka hin duune dhagayee onnee jabeeffatee banii gad dhiisuu dide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi akka ilaalanu namoota ergee, horiin Israa'elootaa tokkolle akka hin du'in hubate; te'uu malee mootichi mataa jabaatee kolbaa gad lakkisuu didate.