Ezekiel 1:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini ch'ufti fuula afuri ka gosa gosa qabdi: duraa fuula namaa qabdi, mirgaa fuula nyeench'a qabdi, bitaa fuula korma looni qabdi, ammalle duubaa fuula risa qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uumamni maruu fuula gara garaa afur qaban; afo'oon fuula namaa fakkaata; gara mirgaatiin bifa leencaa fakkaata; gara bita'aatiin fuula sanga'aa fakkaata; gara duubaatiin fuula allaattii bajja jedhamuu fakkaatu qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi lubbuu qaddu tun arfanuu fuula adda addaa afur, gara duraatiin ka fuula namaa fakkaatu, gara middaatiin ka fuula neenqaa fakkaatu, gara bita'aatiin ka fuula qotiyyo'oo fakkaatu, gara duubaatiin ka fuula risa'aa fakkaatu qaban.