Ezekiel 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jiddu waan afraani suni araba ibida gudda gara ch'ufa deemtuti jira. Ibidi sunini balalie bobae, araba aka angaasu oldarba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uumama jiraatan sanniin keessa bifa akka ibidda cile'ee ka bobawu fakkaatutu ture; inni uumama san keessa shawaa ibiddaa ka olii gad sochoosan fakkaata; ibiddi guddisee ifa; bakakkaan achi keessaa baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi lubbuu qaddu sun bifi isaanii kashila ibidda bobe'uutii fi xassaa bobe'u fakkaata; dada san odduu ibidda asii fi achi tacho'utti jiraayyu; ibiddi sun akka malee ifa; balaqqeettiille ibidda san keessaa baate.